Isaayyaas 41:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Warri rakkatoonii fi hiyyeeyyiin bishaan ni barbaadu, garuu homaa hin argatan. Dheebuu irraa kan kaʼe arrabni isaanii gogeera.+ Ani Yihowaan, deebii isaaniif nan kenna.+ Ani Waaqni Israaʼel, isaan hin dhiisu.+
17 “Warri rakkatoonii fi hiyyeeyyiin bishaan ni barbaadu, garuu homaa hin argatan. Dheebuu irraa kan kaʼe arrabni isaanii gogeera.+ Ani Yihowaan, deebii isaaniif nan kenna.+ Ani Waaqni Israaʼel, isaan hin dhiisu.+