Isaayyaas 30:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Sabichi Xiyoon keessa, jechuunis Yerusaalem keessa yommuu jiraatu+ ati matumaa hin boossu.+ Ati yommuu gargaarsa argachuuf iyyitu, inni dhugumaan gaarummaa sitti ni argisiisa; iyya kee akkuma dhagaʼeenis deebii siif ni kenna.+ Isaayyaas 55:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+ Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa. Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+
19 Sabichi Xiyoon keessa, jechuunis Yerusaalem keessa yommuu jiraatu+ ati matumaa hin boossu.+ Ati yommuu gargaarsa argachuuf iyyitu, inni dhugumaan gaarummaa sitti ni argisiisa; iyya kee akkuma dhagaʼeenis deebii siif ni kenna.+
55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+ Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa. Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+