LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti bulchitoonni sabichaa Yerusaalem keessa jiraatu turan;+ namoonni kaan garuu namoota kudhan keessaa namni tokko achi keessa akka jiraatuuf gara Yerusaalem ishii magaalaa qulqulluu taatetti fiduuf, akkasumas warri hafan salgan kaan immoo magaalota kaan keessa akka jiraataniif carraa ni buufatan.+

  • Isaayyaas 44:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Waaʼee Qiirosis,+ ‘Inni tiksee koo ti,

      Fedhii koo hundumaas guutummaatti ni raawwata’+ nan jedha;

      Waaʼee Yerusaalem, ‘Ishiin deebitee ni ijaaramti,’

      Waaʼee mana qulqullummaas, ‘Buʼuurri kee ni kaaʼama’+ nan jedha.”

  • Isaayyaas 62:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 62 Qajeelummaan ishii akkuma ifa guddaatti hamma ifutti,+

      Fayyinni ishiis akkuma gucaatti hamma bobaʼutti,+

      Ani Xiyooniif jedhee calluma hin jedhu,+

      Yerusaalemiif jedhees calluma jedhee hin taaʼu.

  • Ermiyaas 31:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Sababiin isaas, guyyaan waardiyyoonni gaarota Efreem irratti argaman,

      ‘Kaʼaa, gara Xiyoonitti, gara Waaqa keenya Yihowaatti ol haa baanu’ itti jedhan ni dhufa.”+

  • Zakkaariyaas 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Ammas irra deebiʼiitii akkana jedhii labsi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Magaalonni koo ammas deebiʼanii wanta gaariidhaan ni guutamu; Yihowaan ammas Xiyooniin ni jajjabeessa;+ Yerusaalemiinis deebisee ni filata.”’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi