LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 21:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis akkana naan jedhe: “Raawwatamaniiru! Ani Alfaa fi Omeegaa,* isa jalqabaa fi isa dhumaa ti.+ Nama dheebote kamiif iyyuu burqaa bishaan jireenyaa irraa tola nan kenna.+

  • Mulʼata 22:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Hafuurichii fi misirrittiin,+ “Kottu!” jechaa jiru; kan dhagaʼu hundis, “Kottu!” haa jedhu; kan dheebote hundi haa dhufu;+ kan barbaadu hundi bishaan jireenyaa tola haa fudhatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi