Mulʼata 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.* Mulʼata 22:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.*