Isaayyaas 48:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel isan waame nana, na dhagaʼi. Ani isuma sana.+ Ani isa jalqabaa ti, isa xumuraa tis.+ Mulʼata 21:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Achiis akkana naan jedhe: “Raawwatamaniiru! Ani Alfaa fi Omeegaa,* isa jalqabaa fi isa dhumaa ti.+ Nama dheebote kamiif iyyuu burqaa bishaan jireenyaa irraa tola nan kenna.+ Mulʼata 22:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
12 Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel isan waame nana, na dhagaʼi. Ani isuma sana.+ Ani isa jalqabaa ti, isa xumuraa tis.+
6 Achiis akkana naan jedhe: “Raawwatamaniiru! Ani Alfaa fi Omeegaa,* isa jalqabaa fi isa dhumaa ti.+ Nama dheebote kamiif iyyuu burqaa bishaan jireenyaa irraa tola nan kenna.+