Isaayyaas 44:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+ Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+ Mulʼata 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.* Mulʼata 22:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+ Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+
8 “Ani Alfaa fi Omeegaa,*+ isa jiru, isa turee fi isa dhufu, isa Hundumaa Dandaʼu dha”+ jedha Yihowaan.*