Keessa Deebii 33:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yommuu dura buutonni sabichaa,Guutummaa gosoota Israaʼelii wajjin+ walitti qabamanitti,+Inni Yeshuurun*+ keessatti mootii taʼe. Isaayyaas 33:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Sababiin isaas, Yihowaan Abbaa Murtii keenya dha,+Yihowaan isa seera nuu kennu dha,+Yihowaan Mootii keenya dha;+Kan nu oolchu isa dha.+
5 Yommuu dura buutonni sabichaa,Guutummaa gosoota Israaʼelii wajjin+ walitti qabamanitti,+Inni Yeshuurun*+ keessatti mootii taʼe.
22 Sababiin isaas, Yihowaan Abbaa Murtii keenya dha,+Yihowaan isa seera nuu kennu dha,+Yihowaan Mootii keenya dha;+Kan nu oolchu isa dha.+