Baʼuu 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Kanaafuu, Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Ani Yihowaa dha; baʼaa warra Gibxii jalaa isin nan baasa; garbummaa isaanii jalaas bilisa isin nan baasa;+ akkasumas irree koo isa diriirfamee* fi murtii koo isa guddaadhaan isin nan fura.+ Ermiyaas 50:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Haa taʼu malee, inni isaan furu jabaa dha.+ Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.+ Biyyattiidhaaf boqonnaa kennuuf,+Jiraattota Baabilon irrattis jeequmsa fiduuf,+Inni dhugumaan dhimma seeraa isaanii irratti isaaniif ni falma.”+
6 “Kanaafuu, Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Ani Yihowaa dha; baʼaa warra Gibxii jalaa isin nan baasa; garbummaa isaanii jalaas bilisa isin nan baasa;+ akkasumas irree koo isa diriirfamee* fi murtii koo isa guddaadhaan isin nan fura.+
34 Haa taʼu malee, inni isaan furu jabaa dha.+ Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.+ Biyyattiidhaaf boqonnaa kennuuf,+Jiraattota Baabilon irrattis jeequmsa fiduuf,+Inni dhugumaan dhimma seeraa isaanii irratti isaaniif ni falma.”+