Keessa Deebii 26:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Dhuma irrattis Yihowaan harka jabaadhaan, irree diriifameen,+ gochawwan sodaachisoo taʼaniin, mallattoowwaniin, akkasumas dinqiiwwaniin biyya Gibxii keessaa nu baase.+ 1 Seenaa Baraa 17:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Lafa irratti sabni kan akka saba kee Israaʼel taʼe kan biraan isa kami?+ Waaqni dhugaan dhaqee saba isaa akka taʼaniif isaan fureera.+ Ati saboota kaan saba kee warra Gibxii jalaa furte duraa ariʼuudhaan,+ gochawwan guguddaa fi sodaachisaa taʼan raawwachuudhaan maqaa beekamaa taʼe qabaatteetta.+ Hojii Ergamootaa 13:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Waaqni saba Israaʼel, abbootii keenya ni filate; utuma isaan biyya Gibxii keessa orma taʼanii jiraachaa jiranii, ol isaan qabee irree jabaadhaan* achi keessaa isaan baase.+
8 Dhuma irrattis Yihowaan harka jabaadhaan, irree diriifameen,+ gochawwan sodaachisoo taʼaniin, mallattoowwaniin, akkasumas dinqiiwwaniin biyya Gibxii keessaa nu baase.+
21 Lafa irratti sabni kan akka saba kee Israaʼel taʼe kan biraan isa kami?+ Waaqni dhugaan dhaqee saba isaa akka taʼaniif isaan fureera.+ Ati saboota kaan saba kee warra Gibxii jalaa furte duraa ariʼuudhaan,+ gochawwan guguddaa fi sodaachisaa taʼan raawwachuudhaan maqaa beekamaa taʼe qabaatteetta.+
17 Waaqni saba Israaʼel, abbootii keenya ni filate; utuma isaan biyya Gibxii keessa orma taʼanii jiraachaa jiranii, ol isaan qabee irree jabaadhaan* achi keessaa isaan baase.+