LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 7:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Ani garuu Faraʼoon garaan isaa didaa akka taʼu nan heyyama;+ biyya Gibxii keessattis mallattoowwanii fi dinqiiwwan hedduu nan raawwadha.+

  • Keessa Deebii 4:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Sabni akka ati dhageessetti sagaleen Waaqayyoo ibidda keessaa yommuu dubbatu dhagaʼee lubbuudhaan oole kan biraan jiraa?+ 34 Yookiin Waaqni keessan Yihowaan biyya Gibxii keessatti ijuma keessan duratti akka isiniif godhetti, murtiiwwaniin, mallattoowwaniin, dinqiiwwaniin,+ waraanaan,+ harka jabaadhaan,+ irree diriirfameen, akkasumas gochawwan sodaachisoo taʼaniin+ saboota kaan keessaa ofii isaatiif saba tokko fudhachuuf yaadee beekaa?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi