LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Taʼus, mootiin Gibxii harki jabaan yoo isa dirqisiise malee, akka deemtan kan isiniif hin heyyamne taʼuu isaa ani iyyuu akka gaariitti nan beeka.+ 20 Kanaafuu, harka koo diriirsee hojiiwwan dinqisiisoo hundumaa ani ishii keessatti raawwadhuun Gibxii nan rukuta; sana booda inni isin gadhiisa.+

  • Faarfannaa 105:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Inni tajaajilaa isaa Musee,

      Aaron isa filate sanas ni erge.+

      27 Isaanis mallattoowwan isaa isaan gidduutti,

      Dinqiiwwan isaas biyya Kaam keessatti ni raawwatan.+

  • Hojii Ergamootaa 7:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Namichi kun Gibxii keessatti, Galaana Diimaa+ fi lafa onaa keessatti waggaa 40f+ dinqiiwwanii fi mallattoowwan hojjechuudhaan Gibxii keessaa+ isaan baase.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi