Baʼuu 7:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ani garuu Faraʼoon garaan isaa didaa akka taʼu nan heyyama;+ biyya Gibxii keessattis mallattoowwanii fi dinqiiwwan hedduu nan raawwadha.+ Baʼuu 12:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Warri Gibxiis, “Hin deemtan taanaan hundi keenya iyyuu duʼuu keenya dha!”+ jechuudhaan hatattamaan biyyattii keessaa akka baʼu sabicha mudduu jalqaban.+ Keessa Deebii 6:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yihowaan ijuma keenya duratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan guguddaa badiisa cimaa geessisan biyya Gibxii irratti, Faraʼoon irrattii fi maatii isaa hundumaa irratti+ ni erge.+
3 Ani garuu Faraʼoon garaan isaa didaa akka taʼu nan heyyama;+ biyya Gibxii keessattis mallattoowwanii fi dinqiiwwan hedduu nan raawwadha.+
33 Warri Gibxiis, “Hin deemtan taanaan hundi keenya iyyuu duʼuu keenya dha!”+ jechuudhaan hatattamaan biyyattii keessaa akka baʼu sabicha mudduu jalqaban.+
22 Yihowaan ijuma keenya duratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan guguddaa badiisa cimaa geessisan biyya Gibxii irratti, Faraʼoon irrattii fi maatii isaa hundumaa irratti+ ni erge.+