LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Egaa kottu, gara Faraʼoonitti sin erga; atis Israaʼelota warra saba koo taʼan biyya Gibxii keessaa ni baasta.”+

  • Baʼuu 4:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu, amma deemi; ani yommuu dubbattu sii wajjin nan taʼa;* maal akka jettus sin barsiisa.”+

  • Baʼuu 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yeroo kanatti aariin Yihowaa Musee irratti bobaʼe; achiis akkana isaan jedhe: “Obboleessi kee Aaron+ Leewwichi jira mitii? Inni akka gaariitti dubbachuu akka dandaʼu nan beeka. Amma inni si simachuuf as dhufaa jira. Yommuu si argus garaan isaa ni gammada.+

  • Baʼuu 6:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Ol seeniitii Israaʼelota biyya isaa keessaa akka gadhiisu Faraʼoon mootii Gibxiitti himi.”

  • Baʼuu 7:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ilaa, ani Faraʼooniif akka Waaqaa* si godheera; obboleessi kee Aaronis raajii kee ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi