LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 50:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Isa dadhabeef dubbii sirrii taʼetti* fayyadamee akkamitti deebii* akkan kennu akkan beekuuf,+

      Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan arraba warra baratanii* naaf kenneera.+

      Inni ganama ganama na dammaqsa;

      Akkuma warra barataniitti akkan dhagaʼuuf gurra koo ni dammaqsa.+

  • Maarqos 13:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo dabarsanii isin kennan maal dubbanna jettanii dursitanii hin yaaddaʼinaa; garuu wanta saʼaatii sanatti isiniif kennamu dubbadhaa; sababiin isaas, hafuura qulqulluutu karaa keessan dubbata malee isintu dubbata miti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi