Baʼuu 4:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Achiis Yihowaan Aaroniin, “Musee argachuuf gara lafa onaa dhaqi” jedhe.+ Kanaafuu, inni dhaqee gaara Waaqa dhugaa+ biratti isa argate; achiis dhungatee nagaa isa gaafate.
27 Achiis Yihowaan Aaroniin, “Musee argachuuf gara lafa onaa dhaqi” jedhe.+ Kanaafuu, inni dhaqee gaara Waaqa dhugaa+ biratti isa argate; achiis dhungatee nagaa isa gaafate.