14 Yeroo kanatti aariin Yihowaa Musee irratti bobaʼe; achiis akkana isaan jedhe: “Obboleessi kee Aaron+ Leewwichi jira mitii? Inni akka gaariitti dubbachuu akka dandaʼu nan beeka. Amma inni si simachuuf as dhufaa jira. Yommuu si argus garaan isaa ni gammada.+