LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Faraʼoon garuu, “Ani isaaf ajajamee Israaʼeliin akkan gadhiisuuf,+ Yihowaan kun eenyu?+ Ani matumaa Yihowaa hin beeku; Israaʼeliinis hin gadhiisu” jedhe.+

  • Baʼuu 14:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akka kanaan Yihowaan mootii Gibxii kan taʼe Faraʼoon garaan isaa didaa akka taʼu ni heyyame; innis Israaʼelonni achii baʼanii sodaa malee* utuu deemaa jiranii isaan hordofuu jalqabe.+

  • Roomaa 9:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kitaabni Qulqulluun waaʼee Faraʼoon, “Ani kanan si turse, humna koo karaa kee argisiisuuf, akkasumas maqaan koo guutummaa lafaa irratti akka labsamu gochuufi” jedha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi