Faarfannaa 36:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ati madda jireenyaa ti;+Ifa keetiin ifa arguu dandeenya.+ Isaayyaas 55:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+ Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa. Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+ Mulʼata 7:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 sababiin isaas, Hoolichi+ inni teessicha gidduu jiru isaan ni tiksa;+ gara burqaa bishaan jireenyaattis+ isaan ni geessa. Waaqayyos imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa.”+ Mulʼata 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Inni laga bishaan jireenyaa+ teessoo Waaqayyoo fi teessoo Hoolichaa+ keessaa baʼee yaaʼu, isa akka kiristaalii qulqulluu taʼe natti argisiise;
55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+ Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa. Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+
17 sababiin isaas, Hoolichi+ inni teessicha gidduu jiru isaan ni tiksa;+ gara burqaa bishaan jireenyaattis+ isaan ni geessa. Waaqayyos imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa.”+
22 Inni laga bishaan jireenyaa+ teessoo Waaqayyoo fi teessoo Hoolichaa+ keessaa baʼee yaaʼu, isa akka kiristaalii qulqulluu taʼe natti argisiise;