LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 27:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti.

      Eenyuunan sodaadha?+

      Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+

      Eenyutu na naasisa?

  • Faarfannaa 43:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Ifa kee fi dhugaa kee ergi.+

      Isaan na haa geggeessan;+

      Gara gaara kee isa qulqulluutti, gara godoo qulqulluu kee isa guddaattis na haa qajeelchan.+

  • Yaaqoob 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kennaan gaariinii fi kennaan guutuun hundi ol gubbaadhaa,+ Abbaa ifawwan samii,+ isa akka gaaddidduu iddoo isaa jijijjiiruutti hin gegeddaramne+ biraa gad buʼa.

  • 1 Pheexiros 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isin garuu isa dukkana keessaa gara ifa isaa isa dinqisiisaa taʼetti isin waame sanaaf,+ “ulfina isaa* balʼinaan akka labsitaniif,+ saba filatamaa, luboota mootota taʼan, saba qulqulluu,+ saba Waaqayyo qabeenya addaa godhachuuf fudhate”+ dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi