Faarfannaa 36:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ati madda jireenyaa ti;+Ifa keetiin ifa arguu dandeenya.+ Faarfannaa 43:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ifa kee fi dhugaa kee ergi.+ Isaan na haa geggeessan;+Gara gaara kee isa qulqulluutti, gara godoo qulqulluu kee isa guddaattis na haa qajeelchan.+ Faarfannaa 119:105 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 105 Dubbiin kee miila kootiif ibsaa,Daandii kootiifis ifa dha.+
3 Ifa kee fi dhugaa kee ergi.+ Isaan na haa geggeessan;+Gara gaara kee isa qulqulluutti, gara godoo qulqulluu kee isa guddaattis na haa qajeelchan.+