LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 33:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Hafuura Waaqayyootu na tolche,+

      Hafuura Isa Hundumaa Dandaʼu sanaatu gara jireenyaatti na fide.+

  • Ermiyaas 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 ‘Sababiin isaas, sabni koo wantoota hamoo taʼan lama raawwateera:

      Isaan ana isa madda bishaan jireenyaa taʼe dhiisaniiru,+

      Ofii isaaniitiifis boollawwan bishaanii,

      Boollawwan bishaanii urataa taʼan warra bishaan qabachuu hin dandeenye qotataniiru.’*

  • Hojii Ergamootaa 17:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Sababiin isaas akkuma walaleessitoonni keessan tokko tokko, ‘Nutis ijoollee* isaa ti’ jedhan, nuti jireenya kan arganne, kan sochoonuu fi kan jiraannu isaani.

  • Mulʼata 4:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* ati wantoota hundumaa waan uumteef,+ isaanis fedhii keetiin gara jireenyaatti waan dhufanii fi waan uumamaniif, ulfina,+ kabajaa fi humna+ fudhachuun siif ni mala.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi