Maatewos 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haaluma wal fakkaatuun, namoonni hojii keessan isa gaarii+ arganii Abbaa keessan isa samiitiif ulfina akka kennaniif,+ ifni keessan namoota duratti haa ifu.+ Mulʼata 14:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni sagalee guddaadhaan, “Waaqayyoon sodaadhaa, ulfinas isaaf kennaa; saʼaatiin inni murtii itti kennu waan gaʼeef,+ isa samii, lafa, galaanaa+ fi burqaawwan bishaanii uume sana waaqeffadhaa” jedha ture.
16 Haaluma wal fakkaatuun, namoonni hojii keessan isa gaarii+ arganii Abbaa keessan isa samiitiif ulfina akka kennaniif,+ ifni keessan namoota duratti haa ifu.+
7 Inni sagalee guddaadhaan, “Waaqayyoon sodaadhaa, ulfinas isaaf kennaa; saʼaatiin inni murtii itti kennu waan gaʼeef,+ isa samii, lafa, galaanaa+ fi burqaawwan bishaanii uume sana waaqeffadhaa” jedha ture.