Efesoon 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 isin yeroo tokkotti dukkana turtan; amma garuu Gooftaa wajjin haala wal qabateen ifa taataniittu.+ Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼuu keessan itti fufaa; Filiphisiyus 2:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+
8 isin yeroo tokkotti dukkana turtan; amma garuu Gooftaa wajjin haala wal qabateen ifa taataniittu.+ Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼuu keessan itti fufaa;
15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+