Maatewos 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Isin ifa addunyaa ti.+ Magaalaan gaara gubbaa jirtu dhokachuu hin dandeessu. Efesoon 5:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 isin yeroo tokkotti dukkana turtan; amma garuu Gooftaa wajjin haala wal qabateen ifa taataniittu.+ Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼuu keessan itti fufaa; 9 sababiin isaas, firiin ifaa gaarummaa, qajeelummaa fi dhugaa akaakuu hundumaa kan qabate dha.+ 1 Pheexiros 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isin garuu isa dukkana keessaa gara ifa isaa isa dinqisiisaa taʼetti isin waame sanaaf,+ “ulfina isaa* balʼinaan akka labsitaniif,+ saba filatamaa, luboota mootota taʼan, saba qulqulluu,+ saba Waaqayyo qabeenya addaa godhachuuf fudhate”+ dha. 1 Pheexiros 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Namoota addunyaa gidduutti amala gaarii qabaadhaa;+ kunis isaan akka isin dogoggora hojjettan godhanii yommuu isin himatan, hojii keessan isa gaarii+ arganii guyyaa Waaqayyo qoruudhaaf dhufutti ulfina akka isaaf kennaniifi.
8 isin yeroo tokkotti dukkana turtan; amma garuu Gooftaa wajjin haala wal qabateen ifa taataniittu.+ Akka ijoollee ifaatti deddeebiʼuu keessan itti fufaa; 9 sababiin isaas, firiin ifaa gaarummaa, qajeelummaa fi dhugaa akaakuu hundumaa kan qabate dha.+
9 Isin garuu isa dukkana keessaa gara ifa isaa isa dinqisiisaa taʼetti isin waame sanaaf,+ “ulfina isaa* balʼinaan akka labsitaniif,+ saba filatamaa, luboota mootota taʼan, saba qulqulluu,+ saba Waaqayyo qabeenya addaa godhachuuf fudhate”+ dha.
12 Namoota addunyaa gidduutti amala gaarii qabaadhaa;+ kunis isaan akka isin dogoggora hojjettan godhanii yommuu isin himatan, hojii keessan isa gaarii+ arganii guyyaa Waaqayyo qoruudhaaf dhufutti ulfina akka isaaf kennaniifi.