Yohaannis 8:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 12 Sana booda Yesuus ammas, “Ani ifa addunyaa ti.+ Namni ana duukaa buʼu kam iyyuu ifa+ jireenyaa argata malee, matumaa dukkana keessa hin deddeebiʼu” isaaniin jedhe. Yohaannis 12:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Isin ilmaan ifaa akka taataniif, yeroo ificha qabdan kanatti ifichatti amanaa.”+ Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda achii deemee isaan jalaa dhokate. Filiphisiyus 2:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+
8 12 Sana booda Yesuus ammas, “Ani ifa addunyaa ti.+ Namni ana duukaa buʼu kam iyyuu ifa+ jireenyaa argata malee, matumaa dukkana keessa hin deddeebiʼu” isaaniin jedhe.
36 Isin ilmaan ifaa akka taataniif, yeroo ificha qabdan kanatti ifichatti amanaa.”+ Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda achii deemee isaan jalaa dhokate.
15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+