LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 15:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Firii hedduu godhachuu keessan yoo itti fuftanii fi barattoota koo taʼuu keessan yoo argisiistan, Abbaan koo kanaan ulfina ni argata.+

  • 1 Pheexiros 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isin garuu isa dukkana keessaa gara ifa isaa isa dinqisiisaa taʼetti isin waame sanaaf,+ “ulfina isaa* balʼinaan akka labsitaniif,+ saba filatamaa, luboota mootota taʼan, saba qulqulluu,+ saba Waaqayyo qabeenya addaa godhachuuf fudhate”+ dha.

  • 1 Pheexiros 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namoota addunyaa gidduutti amala gaarii qabaadhaa;+ kunis isaan akka isin dogoggora hojjettan godhanii yommuu isin himatan, hojii keessan isa gaarii+ arganii guyyaa Waaqayyo qoruudhaaf dhufutti ulfina akka isaaf kennaniifi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi