Maatewos 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Haaluma wal fakkaatuun, namoonni hojii keessan isa gaarii+ arganii Abbaa keessan isa samiitiif ulfina akka kennaniif,+ ifni keessan namoota duratti haa ifu.+ Yohaannis 13:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Jaalala yoo waliif qabaattan, namoonni hundi akka isin barattoota koo taatan kanaan ni beeku.”+ Filiphisiyus 1:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Jaalalli keessan beekumsa sirrii+ fi hubannaa guutuudhaan+ caalaatti guddachaa akka deemu+ kadhachuu koo ittan fufa; Filiphisiyus 1:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 akkasumas Waaqayyo ulfina akka argatuu fi akka jajamuuf, firii qajeelinaa karaa Yesuus Kiristoos+ argamuun akka guutamtaniifi.
16 Haaluma wal fakkaatuun, namoonni hojii keessan isa gaarii+ arganii Abbaa keessan isa samiitiif ulfina akka kennaniif,+ ifni keessan namoota duratti haa ifu.+
9 Jaalalli keessan beekumsa sirrii+ fi hubannaa guutuudhaan+ caalaatti guddachaa akka deemu+ kadhachuu koo ittan fufa;
11 akkasumas Waaqayyo ulfina akka argatuu fi akka jajamuuf, firii qajeelinaa karaa Yesuus Kiristoos+ argamuun akka guutamtaniifi.