LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Roomaa 13:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Wal jaallachuu malee idaan eenyuu iyyuu isin irra hin jiraatin;+ sababiin isaas, namni nama jaallatu hundi seericha raawwateera.+

  • 1 Qorontos 13:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Jaalalli matumaa hin badu. Haa taʼu malee, kennaan raajii dubbachuu ni hafa; qooqa biraadhaan dubbachuun* ni dhaabbata; beekumsas yoo taʼe ni hafa.

  • 1 Qorontos 13:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Haa taʼu malee, wantoonni sadan kun yeroo hundumaa jiraatu; isaanis amantii, abdii fi jaalala; isaan keessaa inni caalu garuu jaalala.+

  • 1 Yohaannis 4:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Namni kam iyyuu, “Waaqayyoon nan jaalladha” utuu jedhuu obboleessa isaa kan jibbu yoo taʼe inni sobduu dha.+ Namni obboleessa isaa isa ijaan argu hin jaallanne,+ Waaqayyo isa ijaan hin argine jaallachuu hin dandaʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi