Qolosaayis 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Wantoota kana hundumaa malees, jaalala uffadhaa;+ sababiin isaas, jaalalli tokkummaadhaan namoota walitti hidha.+ 1 Ximotewos 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kaayyoon qajeelfama* kanaa jaalala+ garaa qulqulluu, qalbii gaarii fi amantii+ fakkeessaa hin qabne irraa madde qabaachuu dha. 1 Yohaannis 4:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Obboloota jaallatamo, Waaqayyo akkasitti erga nu jaallatee, nutis wal jaallachuuf dirqamni nu irra jira.+
14 Wantoota kana hundumaa malees, jaalala uffadhaa;+ sababiin isaas, jaalalli tokkummaadhaan namoota walitti hidha.+
5 Kaayyoon qajeelfama* kanaa jaalala+ garaa qulqulluu, qalbii gaarii fi amantii+ fakkeessaa hin qabne irraa madde qabaachuu dha.
11 Obboloota jaallatamo, Waaqayyo akkasitti erga nu jaallatee, nutis wal jaallachuuf dirqamni nu irra jira.+