LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 5:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Anis uumamni samii keessa, lafa irra, lafa jalaa+ fi galaana keessa jiru, akkasumas wantoonni isaan keessa jiran hundi, “Isa teessoo irra taaʼe+ sanaa fi Hoolichaaf+ eebbi, kabajni,+ ulfinnii fi humni baraa hamma bara baraatti haa taʼu”+ yommuu jedhan nan dhagaʼe.

  • Mulʼata 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 akkana jedhan: “Ameen! Jajamuun, ulfinni, ogummaan, galanni, kabajni, humnii fi jabinni baraa hamma bara baraatti Waaqa keenyaaf haa taʼu.+ Ameen.”

  • Mulʼata 11:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 akkana jedhan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* Hundumaa kan Dandeessu, inni jirtuu+ fi inni turte, ati aangoo kee isa guddaa waan fudhattee fi mootii taatee bulchuu waan jalqabdeef+ si galateeffanna.

  • Mulʼata 12:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Anis samii keessaa sagalee guddaa akkana jedhu tokko nan dhagaʼe:

      “Amma fayyinni,+ humnii fi Mootummichi kan Waaqa keenyaa,+ aangoonis kan Kiristoos taʼeera; sababiin isaas, inni obboloota keenya himatu, inni halkanii fi guyyaa Waaqa keenya duratti isaan himatu+ sun gad darbatameera!

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi