LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 36:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Ati madda jireenyaa ti;+

      Ifa keetiin ifa arguu dandeenya.+

  • Ermiyaas 17:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Abdii Israaʼel kan taate yaa Yihowaa,

      Warri si dhiisan hundi ni qaanaʼu.

      Warri si* ganan biyyoo irratti ni barreeffamu,+

      Sababiin isaas, isaan Yihowaa isa madda bishaan jireenyaa taʼe dhiisaniiru.+

  • Mulʼata 22:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Inni laga bishaan jireenyaa+ teessoo Waaqayyoo fi teessoo Hoolichaa+ keessaa baʼee yaaʼu, isa akka kiristaalii qulqulluu taʼe natti argisiise;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi