Yohaannis 1:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Yesuus gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: “Ilaa, Hoolicha+ Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa+ balleessu!+
29 Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Yesuus gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: “Ilaa, Hoolicha+ Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa+ balleessu!+