Uumama 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis Yihowaan biyyoo+ lafaa irraa nama tolchee hafuura jireenyaa funyaan isaatti baafate;+ innis nama* jiraataa taʼe.+ Lallaba 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis biyyoon gara lafaatti,+ bakkuma duraan turetti deebiʼa; hafuurris* gara Waaqa dhugaa isa hafuuricha namootaaf kennetti deebiʼa.+ Hojii Ergamootaa 17:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 kana malees, namoota hundumaatiif jireenyaa fi hafuura, akkasumas wantoota hunda kan kennu isa waan taʼeef,+ akka waan gargaarsi isa barbaachisuutti harka namaatiin hin tajaajilamu.+
7 Achiis Yihowaan biyyoo+ lafaa irraa nama tolchee hafuura jireenyaa funyaan isaatti baafate;+ innis nama* jiraataa taʼe.+
7 Achiis biyyoon gara lafaatti,+ bakkuma duraan turetti deebiʼa; hafuurris* gara Waaqa dhugaa isa hafuuricha namootaaf kennetti deebiʼa.+
25 kana malees, namoota hundumaatiif jireenyaa fi hafuura, akkasumas wantoota hunda kan kennu isa waan taʼeef,+ akka waan gargaarsi isa barbaachisuutti harka namaatiin hin tajaajilamu.+