Uumama 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+ Faarfannaa 103:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Sababiin isaas, inni akkamitti akka tolfamne sirriitti beeka,+Biyyoo taʼuu keenyas ni yaadata.+ Lallaba 3:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Hundi isaanii gara bakka tokkoo dhaqu.+ Hundi isaanii biyyoo irraa argaman,+ hundi isaaniis gara biyyootti deebiʼu.+
19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+
20 Hundi isaanii gara bakka tokkoo dhaqu.+ Hundi isaanii biyyoo irraa argaman,+ hundi isaaniis gara biyyootti deebiʼu.+