LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 42:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Ani Waaqa, Waaqa isa jiraataa nan dheebodhe.+

      Dhaqee Waaqa duratti kanan mulʼadhu yoomi?+

  • Faarfannaa 63:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 63 Yaa Waaqayyo, ati Waaqa koo ti, ani yeroo hundumaa sin barbaaddadha.+

      Ani sin dheebodha.*+

      Lafa gogaa fi gubataa bishaan hin qabne keessatti,

      Ani* si hawwee gaggabeera.+

  • Amoos 8:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      ‘Kunoo, guyyaan ani biyyattiitti beela ergu ni dhufa,

      Beelli kun garuu nyaata beelaʼuu yookiin bishaan dheebochuu utuu hin taʼin,

      Dubbii Yihowaa dhagaʼuuf beelaʼuu dha.+

  • Maatewos 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Warri qajeelummaa beelaʼanii fi dheebotan+ gammadoo dha; isaan ni quufu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi