Isaayyaas 55:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+ Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa. Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+ Luqaas 6:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Isin warri amma beeloftan gammadoo dha, booda ni quuftu.+ “Isin warri amma boossan gammadoo dha, booda ni kolfitu.+
55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+ Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa. Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+
21 “Isin warri amma beeloftan gammadoo dha, booda ni quuftu.+ “Isin warri amma boossan gammadoo dha, booda ni kolfitu.+