Faarfannaa 107:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sababiin isaas, inni isa dheebote* dheebuu baaseera,Isa* beelaʼes wantoota gaggaariidhaan quubseera.+ Isaayyaas 55:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+ Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa. Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+ Ermiyaas 31:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Sababiin isaas, ani isa* butute nan haaromsa, isa* laafe hundumaas nan quubsa.”+ Maatewos 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Warri qajeelummaa beelaʼanii fi dheebotan+ gammadoo dha; isaan ni quufu.+
9 Sababiin isaas, inni isa dheebote* dheebuu baaseera,Isa* beelaʼes wantoota gaggaariidhaan quubseera.+
55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+ Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa. Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+