Yohaannis 10:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani tiksee gaarii dha;+ tiksee gaariin hoolota isaatiif jedhee lubbuu isaa dabarsee ni kenna.+