LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 17:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Daawitis Saaʼoliin akkana jedhe: “Ani tajaajilaan kee yommuun hoolota abbaa koo tiksaa turetti, leencis+ taʼe amaakenni dhufee tuuta hoolotaa keessaa tokko fudhatee deema ture. 35 Anis isa duukaa buʼee rukutee hoolicha afaan isaatii nan buusan ture. Yommuu inni anatti garagalus, kokkee isaa qabee rukutee isa nan ajjeesan ture.

  • Maatewos 20:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Akkuma kana Ilmi namaas kan dhufe warra kaan tajaajiluu+ fi lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii* godhee kennuufi+ malee, akka isa tajaajilaniif miti.”

  • Ibroota 13:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Waaqni nagaa inni tiksee hoolotaa isa guddicha+ jechuunis, Gooftaa keenya Yesuusiin dhiiga kakuu bara baraa wajjin duʼaa kaase,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi