Luqaas 22:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Isa kamtu caala? Isa maaddiitti dhihaatee jiru moo isa tajaajilu? Isa maaddiitti dhihaate mitii ree? Ani garuu isin gidduutti akka isa tajaajilu sanaa ti.+ Yohaannis 13:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, ani Gooftaa fi Barsiisaa taʼee utuun jiruu miila keessan ergan dhiqee,+ isinis miila keessan waliif dhiquu qabdu.*+ Filiphisiyus 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaa mannaa duwwaa of godhe; bifa garbummaa qabaatees+ nama taʼe.*+
27 Isa kamtu caala? Isa maaddiitti dhihaatee jiru moo isa tajaajilu? Isa maaddiitti dhihaate mitii ree? Ani garuu isin gidduutti akka isa tajaajilu sanaa ti.+
14 Kanaafuu, ani Gooftaa fi Barsiisaa taʼee utuun jiruu miila keessan ergan dhiqee,+ isinis miila keessan waliif dhiquu qabdu.*+