-
Isaayyaas 53:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Inni akkuma latii+ isa* dura jiruutti, akkuma hidda lafa gogaa keessaa baʼeetti ni dhufa.
Inni dhaabbii nama hawwatus taʼe simboo hin qabu;+
Yommuu isa arginettis bifti isaa ofitti nu hin harkisne.*
Akka waan fuulli isaa nu jalaa dhokfamee taʼee ture.*
Inni kan tuffatame ture, nutis akka waan gatii hin qabneetti isa ilaalle.+
-