Isaayyaas 25:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+ Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,Yihowaan kana dubbateera. Mulʼata 21:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa;+ duutis kana booda hin jiraatu;+ gaddis taʼe iyyi yookiin dhiphinni kana booda hin jiraatu.+ Wantoonni duraa sun darbaniiru.”
8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+ Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,Yihowaan kana dubbateera.
4 Inni imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa;+ duutis kana booda hin jiraatu;+ gaddis taʼe iyyi yookiin dhiphinni kana booda hin jiraatu.+ Wantoonni duraa sun darbaniiru.”