Isaayyaas 25:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+ Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,Yihowaan kana dubbateera. 1 Qorontos 15:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Diina isa dhumaa kan taʼe duuti ni balleeffama.+
8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+ Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,Yihowaan kana dubbateera.