LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 13:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ani humna Awwaalaa* jalaa isaan nan baasa;

      Duʼa jalaas isaan nan fura.+

      Yaa Duʼaa, ilkeen kee meerre?+

      Yaa Awwaalaa, badiisni ati geessistu meerre?+

      Gara laafinni ija koo duraa ni dhokata.

  • 1 Qorontos 15:54
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 54 Haa taʼu malee, yommuu inni tortoru kun isa hin tortorre uffatuu fi inni duʼu kun isa hin duune uffatu, yeroo sanatti, “Duuti bara baraaf ni liqimfame”+ jedhamee inni barreeffame ni raawwatama.

  • 2 Ximotewos 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 amma garuu mulʼachuu Fayyisaa keenya Kiristoos Yesuus,+ isa duʼa balleessee+ karaa misiraachichaa+ jireenyaa fi qaama hin tortorre+ irratti ifni akka ifu godhe+ sanaatiin akka gaariitti beekameera;

  • Mulʼata 20:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Duutii fi Awwaalli* haroo ibiddaa keessatti darbataman.+ Haroon ibiddaa+ kun duʼa isa lammaffaa+ argisiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi