24 Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni dubbii koo dhagaʼuu fi isa na erge sanatti amanu hundi jireenya bara baraa qaba;+ akkasumas duʼa jalaa gara jireenyaatti darba malee isatti hin murteeffamu.+
2 (eeyyee, jireenyi mulʼifameera, nutis argineerra, ragaas baʼaa jirra;+ jireenya bara baraa+ isa Abbaa bira turee fi nutti mulʼifame sana isinitti himaa jirra),