Isaayyaas 35:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+ Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+ Mulʼata 7:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 sababiin isaas, Hoolichi+ inni teessicha gidduu jiru isaan ni tiksa;+ gara burqaa bishaan jireenyaattis+ isaan ni geessa. Waaqayyos imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa.”+ Mulʼata 21:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa;+ duutis kana booda hin jiraatu;+ gaddis taʼe iyyi yookiin dhiphinni kana booda hin jiraatu.+ Wantoonni duraa sun darbaniiru.”
10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+ Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+
17 sababiin isaas, Hoolichi+ inni teessicha gidduu jiru isaan ni tiksa;+ gara burqaa bishaan jireenyaattis+ isaan ni geessa. Waaqayyos imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa.”+
4 Inni imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa;+ duutis kana booda hin jiraatu;+ gaddis taʼe iyyi yookiin dhiphinni kana booda hin jiraatu.+ Wantoonni duraa sun darbaniiru.”