LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 30:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Sabni kee hamma andaara samiitti yoo bittinnaaʼan illee, Waaqni kee Yihowaan achii walitti isin qabee deebisee isin ni fida.+

  • Isaayyaas 51:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Warri Yihowaan fure ni deebiʼu.+

      Isaan ililchuudhaan gara Xiyoon ni dhufu,+

      Gammachuu dhuma hin qabnes ni gonfatu.*+

      Ni gammadu, ni ililchus,

      Gaddii fi aaduun achii ni baqatu.+

  • Ermiyaas 31:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin ni fura,+

      Harka isa isa caalaa jabaa taʼe sanaa jalaas isa ni oolcha.*+

      12 Isaan dhufanii iddoo ol kaʼaa Xiyoon irratti ni ililchu,+

      Gaarummaa Yihowaatti,*

      Midhaanitti, daadhii wayinii haaraatti,+ zayitiitti,

      Ilmoolee bushaayee fi jabbileetti ni gammadu.+

      Isaan akkuma iddoo biqiltuu akka gaariitti bishaan argatuu ni taʼu,+

      Matumaas deebiʼanii hin laafan.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi