LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 25:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Inni bara baraaf duʼa ni liqimsa,*+

      Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan fuula hundumaa irraa imimmaan ni haqa.+

      Guutummaa lafaa irraa arrabsoo saba isaa irra jiru ni balleessa,

      Yihowaan kana dubbateera.

  • Isaayyaas 65:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, wantan uumaa jirutti bara baraaf gammadaa, ililchaas.

      Sababiin isaas, kunoo, Yerusaalemiin ililchuudhaaf,

      Saba ishiis gammachuudhaaf uumaan jira.+

      19 Ani Yerusaalemitti nan gammada, saba koottis baayʼee nan gammada;+

      Kana booda sagaleen booʼichaa yookiin iyyi dhiphinaa ishii keessatti hin dhagaʼamu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi