Isaayyaas 51:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Warri Yihowaan fure ni deebiʼu.+ Isaan ililchuudhaan gara Xiyoon ni dhufu,+Gammachuu dhuma hin qabnes ni gonfatu.*+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduun achii ni baqatu.+
11 Warri Yihowaan fure ni deebiʼu.+ Isaan ililchuudhaan gara Xiyoon ni dhufu,+Gammachuu dhuma hin qabnes ni gonfatu.*+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduun achii ni baqatu.+